345просмотров
32.2%от подписчиков
7 марта 2026 г.
📷 ФотоScore: 380
Inni jalqabaa fi inni dhumaa jireenya keenya hundaan Kiristoosiin mul'isuu fi namoota gara mootummaa isaatti waamuu dha. Kanaaf Fakkeenya biyaa lafaa darbuu kana dukkaa irraan bilisaa ta'uu qabnaa fashion biyyaa lafaa kana irraan bilisaa bilisaa ta'aa Waantii Hundii Ni Darbaa Liqimsi 🙏
Rom 12÷2 🥰 Yesus Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, namni Yaa gooftaa yaa gooftaa naan jechuu duwwaadhaan itti galu moti.✍ Liqimsi 🙏
Maatewos 7:21🥰