JJireenya Dhuga

Jireenya Dhuga

@JireenyaaDhuga🖼 NFT🇬🇧 English📅 март 2026 г.

✝️ YESUUS KIRISTOOS GOFTAA WAAN HUNDAA TI ✝️ Karaan, dhugaan, jireenyi — Yesuus qofa. 📖 Yohannis 14:6 Nu garuu Kiristoos isa fannifame ni lallabna. 📖 1 Qorontos 1:23 Join 🤝https://t.me/JireenyaaDhuga

📊 Полная статистика📝 Все посты
##39
1.1K
Подписчики
250,2
Ср. охват
23.4%
Вовлечённость
20
Постов
~0.6
В день

Графики

📊 Средний охват постов

📉 ERR % по дням

📋 Публикации по дням

📎 Типы контента

Лучшие публикации

20 из 20
JJireenyaaDhuga
JireenyaaDhuga
24 февр., 07:17

☝️ Karaan fayyinaa tokkichi sun Yesus Kiristosiin qofa! ✨ / ብቸኛው የመዳኛ መንገድ ኢየሱስ ክርስቶስ ነው። 🕊️ / Jesus Christ is the only way of salvation. ✝️ 📖 Yohannis 14:6 / ዮሐንስ 14:6 / John 14:6 Yesus deebisee, “Karichi 🛤️, dhugaan 💎, jireenyis 🌱, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.” 🏠 / ኢየሱስ እንዲህ አለው፤ «እኔ መንገድ፣ እውነትና ሕይወት ነኝ፤ በእኔ ካልሆነ በቀር ማንም ሰው ወደ አብ ሊመጣ አይችልም።» 🙏 / Jesus said to him, “I am the way, the truth, and the life. No one comes to the Father, except through me.” 🙌 �...

👁 520📷 photo
JJireenyaaDhuga
JireenyaaDhuga
7 мар., 06:05

Inni jalqabaa fi inni dhumaa jireenya keenya hundaan Kiristoosiin mul'isuu fi namoota gara mootummaa isaatti waamuu dha. Kanaaf  Fakkeenya biyaa lafaa darbuu kana dukkaa irraan  bilisaa  ta'uu qabnaa fashion biyyaa lafaa kana irraan bilisaa bilisaa ta'aa Waantii Hundii Ni Darbaa Liqimsi 🙏 Rom 12÷2 🥰 Yesus Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa waaqaatti gala malee, namni Yaa gooftaa yaa gooftaa naan jechuu duwwaadhaan itti galu moti.✍ Liqimsi 🙏 Maatewos 7:21...

👁 345📷 photo
JJireenyaaDhuga
JireenyaaDhuga
5 мар., 10:18

Akka isa nama gammachiisuuf ija ilaallattanii hojjettanii utuu hin ta'in 🙅‍♂️, akka hojjetoota Kristositti garaa guutuudhaan jaalala Waaqayyoo raawwadhaa! ❤️🙏 Akka waan namaaf hojjettaniitti utuu hin ta'in, akka waan Gooftaadhaaf hojjettaniitti gammachuudhaan hojjedhaa! 😊✨ Eenyu illee, garbichas ta'u birmaduus ta'u, hojii gaarii isa hojjeteef Gooftaa biraa gatii isaa akka fudhatu beekaa! 🏆👑 Isin warri hojjechiifattanis hojjetoota keessaniif akkasuma godhaa! Doorsisas dhiisaa! 🚫😤 Gooftaan ...

👁 314
JJireenyaaDhuga
JireenyaaDhuga
21 февр., 20:44

Nuyi garuu nama biyya waaqa irraa ti Gooftaan keenya fayyisaan keenya Yesus Kristos achii nuuf dhufa jennee eegganna. Abdii keenya isa Qofaa fi manni keenya inni dhugaan mootummaa waaqayyoo ta'uu isaa hin dagatinnaa Bara Baraa waalii jiranaa🙏Filiphisiiyus 3:20

👁 265📷 photo

Типы хуков

Нейтральный20 | 250 просм.

Длина постов

Короткие (<200)12 | 214 просм.
Длинные (500-1000)2 | 433 просм.
Средние (200-500)2 | 241 просм.
Очень длинные (1000+)1 | 314 просм.

Влияние эмодзи

271
С эмодзи (12)
219
Без эмодзи (8)
+23.7% охвата

Типы контента

📷
12
photo
279 просм.
🎬
1
video
260 просм.
📝
7
text
200 просм.
Jireenya Dhuga (@JireenyaaDhuga) — Telegram-канал | PostSniper