520просмотров
48.6%от подписчиков
24 февраля 2026 г.
📷 ФотоScore: 572
☝️ Karaan fayyinaa tokkichi sun Yesus Kiristosiin qofa! ✨ / ብቸኛው የመዳኛ መንገድ ኢየሱስ ክርስቶስ ነው። 🕊️ / Jesus Christ is the only way of salvation. ✝️
📖 Yohannis 14:6 / ዮሐንስ 14:6 / John 14:6
Yesus deebisee, “Karichi 🛤️, dhugaan 💎, jireenyis 🌱, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.” 🏠 / ኢየሱስ እንዲህ አለው፤ «እኔ መንገድ፣ እውነትና ሕይወት ነኝ፤ በእኔ ካልሆነ በቀር ማንም ሰው ወደ አብ ሊመጣ አይችልም።» 🙏 / Jesus said to him, “I am the way, the truth, and the life. No one comes to the Father, except through me.” 🙌
📖 Hoe 4:12 / የሐዋርያት ሥራ 4:12 / Acts 4:12
“Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee 🛡️, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa ️🏷️, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne” jedhe. 🌍 / በሌላ በማንም ድነት የለም፤ ልንድንበት የሚገባ በሰዎች መካከል የተሰጠ ሌላ ስም ከሰማይ በታች የለምና። ☁️ / “There is salvation in no one else, for there is no other name under heaven that is given among men, by which we must be saved! Share Share 🙏